Search WorldCat Find items in libraries near you. Please select Ok if you would like to proceed with this request anyway. Ormooo Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi! Finding libraries that hold this item Notify me of new posts by email. Gootuu fi korriftuu lagaa, Hunguddattuuf qiiqqee dhagaa, Ededaa fii gooroo daagaa, Diida Caffeelee miidhagaa, Beeyladaalee dheeddu margaa, Halaalatti ijaan argaa… jireenyaa qananii dhugaa, siitu qabaa guutte ullaagaa, Naaf jiraadhu yaa baadiyyaa, Sadooysiyuu jiruu tiyyaa, Gammachiiftuu keessa kiyyaa, Siitu naa guutaa. Get this from a library! Afoola Oromoo tuulamaa: walaloo geerarsa, faaruuleefi sirboota, Adda Addaa. Afoolli bifa ‘liitireecharii’ ta’ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota. Afoola Afaan Oromoo haala kamiin guddisuu dandeenya?. Beekan Gulummaa Irranaa- Hayyuu Oromoo waa’e Afoola Oromoo waan gabaaba nuuf barreese jira.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |